Qaaccessa Dandeettii Keeyyata Barreessuu Barattoota Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Mana Barumsa Qophaa'ina Gooroo

Loading...
Thumbnail Image

Journal Title

Journal ISSN

Volume Title

Publisher

Abstract

Kaayyoon qo’annoo kootii Qacceessaa dandeettii keeyyata barreessuu barattoonni Mana Barumsa Qophaa'ina Gooroo qaban sakatta'uu: Bulchiinsaa Magaalaa Adaamaa mana barumsaa Gooroo qopha’ina irratti qo’anno adeemsisame dha. Malleen qo’annoo kana itti gaggeessees mala kaayyeeffataa ta’e odeeffannoo bifa mala kaayyaawaa (kaayyoo) ta’etti gargaaramuudhan odeeffannoo kana sassaabe jira. Hirmaattonni akka madda ragaa tokkoffaatti fudhadhe. Barsistootaa, barattootaa, supparvayizara keessoo mana barnoota qopha’ina Gooroo irraa odeeffannoo fuunaanee jira. Barrulee fi kitaabota adda addaa akka maddaa ragaa lammaffaatti gargaarme jira. Malleen filannoo iddattoottis Barsiistota mana barnootaa qopha’ina gooroo keessa jiran keessaa 2 (100%) mala kayyeeffanaan filatamani jiru. Baratotonni daree Afaan Oromoo baratan keessaa mala carraa tasan dhiira 32 fi dubartoota 49 odeefannoon irraa sassabame jira. Supparvayizarraa keessoo 2 irraa odeeffnnoon sassabame jira. Walumaagalatti namoota 87 ( saddetamiitorba ) irraa odeeffanno Af-gaaffii-5(shan )fi Bar-gaaffii 15, gaaffii marii 5(shan) fi qorumsa keeyyata barreessuu qopheessuudhandogongoraa barattottaa uumaan bu’a galmeessuun ragaa funaaname qindeessee furmaatas kaayee jira. Sababoota keeyyata qindomina qabu barreessuu dhabu yaada indeessuu dhabu, shakaaluu dhabu, hanqinaa wayitii, sirnaan itti fayyadamu seer-lugaa, tuqaalee fi qubee guddaa fi deggersaa gahaa kennuu dhabuu fa’a. kanaafuu, Keeyyata gaarii barreessuuf shakaaluu, , fedhii horachu, walgararuu, jiru fi jeernya barattootaa waliin qabsiisuu, muxannoo akka gaabbifatan deggaruu fi fedhii umrii waliin gitu barsiisuun barbaachisaa dha. Dabalataan, Aadaa barreessuu guddisuun muxxannoo horachaa deemuun barbaachisaa dha

Description

Keywords

Citation

Endorsement

Review

Supplemented By

Referenced By