Fayyadama Meeshaalee Otentikii Afaan Oromoo Barsiisuu Keessatti Manneen Barnootaa Sad.2ffaa Godina Addaa Magaalaa Adaamaatti Kutaa 10ffaa Irratti Kan Xiyyeeffate’ Jedhuun Kan Qophaa‟E Ulaagaa Yuunvaristiin Kaa‟E Guuteera.Koree Qormaataa

dc.contributor.advisorMaammoo Mangashaa
dc.contributor.authorGirmaa Tolchaa
dc.date.accessioned2025-12-17T11:07:16Z
dc.date.issued2016-06
dc.description.abstract1.Kayyoo Qoranichaa Sirba Aseesaa Shamarran taphataan ergaa inni qabu Ibsuu,hiikaa itti kenu,Xiinxalu,Sakatta’uu fi Qaaccessuu ta,a 2.Malootaa Qorannoo Malleen Daawwannaa fi Af-gaaffii tti Qorannoon kun akkaakuu qorannoo qulqulleessaa Akkamtaa mala argamtaa fi Kaayyeeffataati. Iddattoon:-Shamarran umuriin isaanii waggaa 8-20 ta,an 15,Baraanoo 5,Jaarsolee 5, fi haadholee 5 waligala namoon 30 iiraa kan fudhatameedha. 3.Akkataa Itti Xiinxalee Qorataan iddoo Sirbi Aseesaa itti raawwatamuuti qamaan argamuun af-walaloo Sirba Aseesaa yaadannoo barreeffaman qabaman fi kan suuraa,suurisagalee warabamee ,barreeffama qorannoo Yehizb- Addaamgela,1986 , Itaafararrawu Makbiib,1989,Zarhun Asffawu,1985 fi kitabilee biro ilaaluun haala Adeemsa Xiinxaala raga fudhateera. 4.Argannoo Shamarran af-walaloo sirba Aseesaa tiin fayadamuun eergawaan isaan dabarsani fi Aaddaa bonsai hambaa ummaticha ta,uun hubatameera. 5.Guduunfa fi Yaada Xiinxalaa Kabaja Ayyanaa bara haaraa sababeefachuun shamarran af-walaloon eergawwaan isaan dabarsan afaanin dhalotaa dhalotaatii kan darba tureedha.Haa ta,uu malee yeroo amma sirbi Aseesaa kuni fi kabajiin Ayyannaa Qamee sababa mantaa garagara fi ilaalchaa itti kenu dhabuudhan lafa waan dhufeefii akkataa kanan duratii itti yaadamee aadda kana turisiisuufii dhalotaa ammatii dabarsuufii osoo hin tanee akka madda galiitii ilaaluudhan shamarran fi ijooleen xiixiqoon qofitii kan taphataan waan ta,eef afoolii maluma ummataa tokko kan caalaqisiisuu waan ta,eef waajjirii aadda fi turuziim,sadarkan jiran,beektoon dagagina afaan oromoo irratii hojetanifii namoon gara fuula dura qorannoo gaggeessaan Sirbi Aseesaa kuni akka hin bane hubannoo ummun irratii hojataan fi afaan 7 barsiisuu keessatiisii haala siilabasii barnnootaa keessatii hamatamu danda,uu afoolli bal’innaa fi gadfageenyaan qoratamee(boccamee) taa’uu qaba.en_US
dc.description.sponsorshipASTUen_US
dc.identifier.urihttp://10.240.1.28:4000/handle/123456789/2158
dc.titleFayyadama Meeshaalee Otentikii Afaan Oromoo Barsiisuu Keessatti Manneen Barnootaa Sad.2ffaa Godina Addaa Magaalaa Adaamaatti Kutaa 10ffaa Irratti Kan Xiyyeeffate’ Jedhuun Kan Qophaa‟E Ulaagaa Yuunvaristiin Kaa‟E Guuteera.Koree Qormaataaen_US
dc.typeThesisen_US

Files

Original bundle

Now showing 1 - 2 of 2
Loading...
Thumbnail Image
Name:
GirmaaTolchaa Dooyyoo.pdf
Size:
2.04 MB
Format:
Adobe Portable Document Format
Loading...
Thumbnail Image
Name:
1_GirmaaTolchaa Dooyyoo.pdf
Size:
2.04 MB
Format:
Adobe Portable Document Format

License bundle

Now showing 1 - 1 of 1
Loading...
Thumbnail Image
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Plain Text
Description:

Collections